All posts by esakxixaa

Dhammassaa Qeerroo Orommoo!

“Gaffiin umataa oromoo gaffii jirchuufii jirchuu dhabutii mallee gaffii siyyassaa qofaa mittii.”

Namni oromoo ta´ee waa’ee oromoo naa quqaa jedhee hudii motummaa abbaa irree wayyaannee ykn TPLF waggottaa 23 darbbanii keessaa gaffii ummattaa orommoo fi billsuummaa umattaa oromoo ukkammssee ijollee,aboottee,hawwttii,osoo hin jedhiin nama sabbaa oromoo taee gaffii mirgaa gaffattuu hunddaa irratii xiyyeeffchuuni gochaa sanyii balleessuu rawwachaa turunii isaa nii bekkammaa kuni kanan osoo jiruu yeroo ammaa maqqaa master planii finfinee jedhuuni magallottaa nanwwaa finfinee jirani hundaa finfinee jalatii debisuuni akkaa fedhii isatii maqqaa investimentiintiin qottee bullaa laffa irraa buqqisuu qabenyaa umatichaa sammuufii hallaa mijjeefchuu qofa irrattii xiyyeeffattee Afaan adaa fi qabenyaa umataa kan balleesuufii kutatee ka´uuni isaa kan bekkamme

Gaffaa barrtotaa oromoo gaffii mirgaa hiriraa naggaa bahuunii qottee bullaa oromoo laffaa irraa hin buqqasiinaa jedhanii gaffii gaffattanii irrattii kuttallee oromiyyaa hedduu finfinee dabalatee akkaa dinii biyyaa weeraretii garara jabinanii rasasanii dhiggaa isanii dachii irraa dhangallssee kana imoo mana hidhaa isanii durranuu oromooni guttammee jiruttii darbbattanii rabichanii halkaniifii guyyaa cinqqaa jiruu.

Kuni imoo ofii jibbee mirgaa dhabbee biyyaa isaa dhissee baqqattee karatii reeffaa isaa alattiifii qurxummiin nyatamaa.

Malliifi Wayyaneenii Sabbaa Oromoo iratii Xiyyeeffatii?

Oromiyyattuu qabenyaa umaman badhatuu lalafituu kani waan fedhanii hundaa akkaa salphatii argchuu dandanii waan tateefii biyyaa fi abbaa biyyaa akkaa wal hin argiinnee gochunii umrii ishee guttuu nuu gabbrroossttee nublchuu qabnyaa kenyaa samuu dha fedhiin isannii kuni akka fixxaa hin bannee qeerroo oromoo bakkaa jiruu hundaa fudurraa dhabchuu qabaa ilmani kenyatii gabrummaa hin dabrsiinuu jechuuni harkaa wal qabannee qabbssoo ummattaa oromoo garaa fullaa duraaa tarkanfchisuufii haa kanuu nuu kassaa

OROMIA SHALL BE FREE

GADAAN GADAA BILISSUMMAATI